Yeroo Walqunnamtii Saalaa Wantoota Dubartoonni Taasisuu Qaban

 



 .

                                        

◈ Dubartiin yeroo walqunnamtii saalaa fedhii ishii baatee gaammaduuf wantoota dhiirri taasisurra gochoota ofii ishiitif yeroo walqunnamtii saalatii fi dursa taasistutu irra murteessadha. Ofii ishiitti fedhii ba'uu bira dabartee jaalalleen/dhirsi ishii akka sirritti ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddutti akka inni ta'uufitti isa gammachiisuu dandeessi.

.

➊. Iftooman gaafadhu. Dhiirri yeroo ati ofitti amanamummaa godhattee gaafattu itti tola. Ija jabaachuudhan gaafachuun gaaridha. Akka inni yeroo biraa fedhii horatee ofiif si gaafatu ni taasisa.

 

➋  Waa'ee Walqunnamtii saalaa itti odeessuu : Yeroo dubartiin waa'ee Walqunnamtii saalaa itti haasoftu fedhiin dhiiraa ni dabala. Qaamni saalaa isaa bakka rafee jiruu dammaqa.

 .

➌ Qophooftuu : Dhiirri Yeroo hunda qunnamtii fedha. Ati fedhuu baattus isaa jettee akka kajeelte itti himuu qabda. Diduun kee waanuma hundaanuu akka si dheessu waan godhuuf yeroo inni kajeele kamiyyuu itti maxxani.

.

 Isa tasgabbeessi. Dhiirri waan dafee fiiguu barbaaduf atimmoo isa tasgabbeessaa deemi. Qaama ho'isuu keessatti ga'ee kee taphachuu qabda. Akka jaalala isaa siif ibsu, haammate si dhudhungatu, harma kee, morma qaamota kee hunda akka dhundhungatuuf haala mijeessif.

.

➎ Uffata : Uffata kee ofirraa baaftee jala ciisuu hin qabdu. Suuta uffata kee harka isaa sirra ofaa sirraa baasu godhi. Ofii kee isatti lakkistee atimmoo suuta uffata isaa situ irraa baasuu qaba.

.

➏ Dhungoo (Kissing) : Hidhii qofa osoo hin taane qaama isaa hundayyuu dhungadhu. Morma isaa bakkuma hundayyuu arraba kee irra oofi. Qaama kee hundayyuu akka inni dhungatu jala qabu. Morma, hidhii, harma, teessuma, qinxirii fi bakka kamuu arraba isaatin haa sakatta'u.

.

➐ Ofitti amani. Qaamni kee maal akka fakkaatu qaana'uuun sirra hin jiraatu uumama waan ta'eef. Dabbasaa naannoo nafsaalas humnaa ol hin dheeratin malee jiraachuun isaa bareeda. Bali'inni nafsaala kees si hin qaanessin.

.

➑ Yoo nafsaalli kee dafee kan hin jiine yoo ta'e jalqaba yeroo sitti seensisu si dhukkuba. Kanaaf dibata garaa garaatin nafsaala kee dursiitii laaffisi.

.

➒ Akka garaa isaa ta'uu : Walqunnamtii saalaa amma ta'etti, erga barbaaddee dhaqxe akka inni si godhe ta'uufi qabda. Yeroo raawwatamu akka inni ibsaa ibsu eeyyamiifi. Qaama kee, harma kee, boroo(teessuma) kee, qaama saalaa kee yeroo ijaan argu baay'ee itti tola.


❿ Suuta Raawwachuu : Erga atis qaamni kee si ho'ee raawwachuu jalqabdanii akka inni ariitin hin raawwanne beeksisuu qabda. Suuta galchaa baasaa galchaa baasaa haa raawwatu. .

.

⓫ Waan biraa hin yaadin. Yeroon walqunnamtii saalaa yeroo itti wal gammachiisani malee yeroo itti karoora baafatan miti. Waa'ee daa'ima godhachuu, karoora maatii yaadun hin barbaachisu.

.

⓬ Sagalee Dhageessisu :  Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay'ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. Aadi, maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif.

.

⓭ Jidduun Dhaabuu : Yeroo raawwachaa jirtan fedhiin isaa yo dhufee, kee xiqqoo yeroon ga'uu baannan akka dhaabu itti himi. Takka erga hafuura galfatee haa jalqabu. Amma fedhiin kee dhufutti akkasitti jidduudhan akka raawwachuu dhaabu itti himaa deemi.

.

⓮ Hir'uu isaa itti himuun hin barbaachisu. Nafsaalli kee xiqqoodha, daftee dhangalaasta, qaamni kee naaf hin taane jechuu irraa of qusachuun gaaridha.

.

⓯ Oduu Hin Baay'isin. Gonkuma oduu hin odeessin yookin hin aadin jechuu miti. Garuu haasaa sireef hin taane kaasu hin barbaachisu. Sobdee akka nama fedhii miira xummuraa irra ga'ee fdhii ba'eetti of hin fakkeessin (fake orgasm).

.

 Akkaataa Ciisichaa (SexPosition) : Fedhiin kee kan isaa duubatti hafee yoo jirate akkaata ittiin raawwatu akka jijjiiru beeksisi. Akka dafee hin dhangalaafneef isa gargaara.

.

⓱ Olaantummaa Gonfadhu. Sobdeetuma osoo siin geenye quufe jechuun hin barbaachisu. Ofii keetii itti darbuun ga'ee sirraa barbaachisu raawwachuu dandeessa.

.

⓲ Dammaqxuu Ta'i. Yeroo walqunnamtii saalaa ho'ituu ta'uu qabda. Akka nama dadhabee yookin hirribni qabee ta'uun sirraa hin eegamu. Reeffa waliinin raawwachaa jira moo jedhee akka inni of gaafatu hin godhin..

.

⓳ Of Tuttuquu : Quba keetin isa gargaaruu dandeessa. Yeroo raawwatamaa jiru yookin osoo hin jalqabne quba keetin of gorogoruun barbaachisaadha. Harka keetin yeroo harma kee sukkuumtu, qubaan isa fuulduratti yeroo qinxirii kee gorgortu arguun dhiira baay'ee gammachiisa. Akkasumas of tuttuquun fedhii kee waan dafee fiduuf xaarii isarraa xiqqeessa.

.

⓴ Ofii Keetii Raawwadhu. Inni callisee ofii keetii raawwachuun akka inni dafee hin dhangalaafne, akkasumas fedhiin kee dafee akka dhufu godha. Kanaaf inni haa callisuutii ofii keetii irra ba'uun sosocho'aa raawwadhu (womanontop).


Like and follow us on Facebook

         👇👇👇👇

https://www.facebook.com/2090625344292740/

https://www.facebook.com/101305538392729/


Subscribe our 🆈🅾️🆄🆃🆄🅱️🅴 channel

        👇👇👇👇

https://m.youtube.com/channel/UCw_CS8y2cgHntj0jhjxKtng


Join our telegram channel

         👇👇👇👇

https://t.me/joinchat/UuDjiFuxOX56CFcM


Yaada fi gaaffii dhaaf 

      👇👇

   t.me/aceekoo 

.


Comments

Popular posts from this blog

Mallattoowwan dubartiin dhiira hin jaalannetti agarsiiftu